Hachalu Hundessa - Maalan Jira Lyrics | FAST DOWNLOAD

Maalan Jira

Galgalooto gullallen kan tufaa galgalooto gaara michuu turi galgalooto garaa finfinnee baase
Galgalooto silaa akka jaalala galgalooto walirra fagaannu galgalooto jara nu fageesse 2×

Diigani gaara sanaa gaara diigamuun malle Nu baasan adaan baane nuu addaan bayuun malle sooretti haadha soore irbaanirra buusa qaba seeqani seseqanii kan gargar nu baasani jaranaa
Koo galaane tiyya qotiyyoon abban didaa yaa didaa harqoota keeeeessaa ko galaane qorra baraan dadhabe morma kee jalattan dheessa
Ko galaane galaane tiyya Sulultaan loon tiksu darabaatti gachiiiiiisaaa
Ko galaane tiyya yomaan dhufe si an sirra fagoooooon jira
Maalan jir malaan jira malaan jira caccabse na nyaate jira, anin jiru anin jiru aaniin jiruuu kukute na nyaate lafe
Qote qote namichi sanyi darbate 2x
Rafeen buluu namni waan ormaa abdate adaa malaan jiraa caccabse na nyaate jira

Date Added: 2020-07-07
Comments
0 (1 votes)
Artist Information
Newest Lyrics